Ulaagalee Barbaachisan
- kaartaa,
- mirga misoomsuu
- bakka bu'ummaa fi gibira baraa kaffaluu
🚀Hubachiisa: Ragaa duuka deemituu Iskaan ta’e pdf tokkoon taa'u qaba.
Ragaa duuka deemituu Kunniin
- 📂 Kaartaa
- 📂 Gibira/Lizii bara kafalame Nagahee
- 📂 Waraqaa eenyummaa
- 📂Bakka bu’a yoo ta’e Ragaa bakka bu’ummaa fi waraqaa eenyummaa