@extends('components.customer_layout') @section('customer-content')
{{ $service->name }}
@if(session('success'))
{{ session('success') }}
@endif
@csrf @if ($errors->any())
    @foreach ($errors->all() as $error)
  • {{ $error }}
  • @endforeach
@endif
🏠 Odeeffannoo Teessoo Abbaa Dhimmaa
👷‍♂️️ Odeeffannoo Projectiiear
{{--
--}} {{-- --}} {{-- --}} {{--
--}}
🏗️ Odeeffannoo Pirojektii
🏠 Odeeffannoo Teessoo Pirojectii
{{-- --}}
Allowed formats: PDF
🚀Hubachiisa: Ragaa duuka deemituu Iskaan ta’e pdf tokkoon taa'u qaba.
Allowed formats: PDF
🚀Hubachiisa: Karoora hojii qophaa'e pdf tokkoon taa'u qaba.

I confirm that the information provided is correct and request approval for my plan.

Ulaagalee Barbaachisan


  1. đź“‚Unka Iyyannoo gaaffii Invastimantii guutuu fi suura tokko irrattti maxxanfamuu qaba
  2. đź“‚Xalayaa deeggarsaa waajjira Qonnaa irraa yookiin mana hojii dhimmi ilaalu irraa kan barreeffameef jiraachuu qaba
  3. đź“‚Karoora hojii qophaa'e (project Proposal) tokko yoo dhuunfaadhaan kan hojjechiifamu ta'ee qaama seerummaa qabu fi qaama mootummaa dhimmi ilaaluun deeggarsaan kan hojjetamu yoo ta'e immoo chaappan mana hojiitiin kan mirkanaa'e ta'uu qaba
  4. đź“‚Ganda keessa jiraatu/jiraattu irraa waggaa 10 fi isaa ol jiraachuusaa kan ibsu xalayaa deeggarsaa dhiyeeffachuu qaba /murtee kaabinee aanaa sanaa
  5. đź“‚Ragaa qabiyyee lafaa qonnaan bulaa ta'uu isaa ibsu yookiin magaalaa jalatti yoo daangeffame qonnaan bulaa ta'uusaa Xalayaa Deeggarsaa Qaama dhiimii ilaalu irra ibsu dhiyeeffachuu
  6. đź“‚Nagahee galii gibiraa itti fayyadama lafaa fi Oomisha qonnaa itti kaffalaa ture yoo xiqaate kan wagga shanii dhiyeeffachuu
  7. 📂Waraqaa Eenyummaa haaromfame jiraataa Aana sanaa ta’u isaa kan ibsu
  8. đź“‚Qonnaan bulaa/horsiisee bulaa/gamisa horsiisee bulaa dhuunfaan hojii invastimantii gaggeessuu barbaade yoo ta'e ka'umsi kaappitaalaa karoora hojii isaa yoo xiqqaate qarshii Mil. 5 fi isaa ol kan dhiheeffate ta'uu qaba
  9. đź“‚Qonnaan bultoota/ Gamisa horsiisee bultoota/Horsiisee bultoota Waldaa bifa adda addaatiin karaa seera qabeessa ta'een gurmaa'anii mirkanaa'ee yoo ta'e immoo ka'uumsi kaappitaala pirojektichaa qarshii Mil. 5 fi isaa ol yoo ta'e akkasumas miseensotni hundinuu qonnaan bultoota ta'uusaa ragaan kan mirkanaa'e yoo ta'e
  10. đź“‚Qonnaan bulaa tokko maatii isaa wajjin waldaan gurmaa'e ragoolee barbaachisan hunda yoo guute haaluma qonnaan bultoota biroo keessummaa'aniin kan simataman yoo ta'u miseensa maatii ta'uun isaa seeran mirkanaa'uu qaba
  11. đź“‚Qonnaan bultoota waldaan gurmaa'aan ykn qonnaan bulaan maatii isaa waliin yoo ta'an dambii ittiin bulmaataa fi hundeeffamaa jiraachuu qaba
  12. đź“‚Qonnaan bultoota /horsiisee bultoota/ Gamisa horsiisee bultoota/waldaa bifa adda addaatiin gurma'anis ta'ee dhuunfaan kan invastimantiitti cehuuf iyyata dhiyeeffatan kaappitaala pirojektii karoorfatan keessaa % 20 fi isaa ol qusachuu isaanii sochii maallaqa Baankii waliin dhiyaachuu qaba

Ragaa duuka deemituu Kunniin


  1. đź“‚ Kaartaa
  2. đź“‚ Gibira/Lizii bara kafalame Nagahee
  3. đź“‚ Waraqaa eenyummaa
  4. 📂Bakka bu’a yoo ta’e Ragaa bakka bu’ummaa fi waraqaa eenyummaa
@endsection