@extends('components.customer_layout') @section('customer-content')
Office Logo Office Logo

{{ $office->name }}

{{ $service->name }}
{{ Auth::guard('customer')->user()->full_name }}
@if (session('success'))
{{ session('success') }}
@endif
@csrf @if ($errors->any())
    @foreach ($errors->all() as $error)
  • {{ $error }}
  • @endforeach
@endif
Teessoo Iyyataa Fi Sadarkaa Iyyannoo


Sadarkaa Iyyannoo
{{-- Application Level --}}

Odeeffannoo Piroojektii

Ibsa

Ulaagaalee Barbachiisan


  1. Iyyata barreeffamaan gaaffii heeyyamni invastimantii isaa akka babal'atu /Expansion/ taasifamuuf gaafatuu
  2. Koppii waraqaa eenyumaa haaromfame
  3. Pirojektichi yoo xiqqaate ji'oota 36 (waggaa sadii)'f Oomisha ykn tajaajila kennaa turuu isaa raga ibsu.
  4. Pirojektichi haala Omisha ykn kenna tajaajila isaa kan duraa irra babal'isuu, Omisha isa hammayyeessuf teeknolojii haaratti fayyadamuun qabeenya dhangalaasee kan agarsiisuu ragaa Oodiitii Odiitara alaatiin kan hojjatame;
  5. Qorannoo karoora hojii yookiin Piroppoosaala ogeessa heeyyama qabuun pirojektii sanaaf qophaa'ee dhiyaate;
  6. Kaappitaala waliigala Qorannoo karoora hojii /proppozaala/ isaanii karoorfame keessaa humna isaa kan ittiin guddisee baanki isteetimantii 30% dhiyeessuu qaba;
  7. Suura abbaa qabeenyichaa yookiin Hoji gaggeessaa yeroo dhiyoo ka'e lama (2)
  8. Kaffaltii tajaajilaa qaama Aangoo qabuun murtaa'ee kaffalamuun nagahee dhiyaate;
  9. Sadarkaa pirojektiin duraa irra jiru unka irratti guutun akkasumas Suuraan deeggaruun xalayaa gaggeessituu waliin waajjira investiamntii Godinaa yookin Magaalaa itti Waamamnii isaanii Naannoof ta'e irraa dhiyaachuu qaba.
@endsection