Gamaagama Dizaayinii Gorsaan qophaa’ee dhiyaatu
Iyyataadhaan kan guutamu
Iyyannoo Gaaffii Heyyama Ijaarsaa
5. Ijaarsichi bakka itti geggeeffamu:
6. Tajaajila gamoo hayyamnii jaarsaa itti gaafatame:
7. Gosa ijaarsaa:
Ijaarsa haaraa
fooyyessuu/baballisuu
Baasii ijarsichaa:
Baayina floorii:
Lafarraa oli (m):
Lafaa gadi (m):
8. Dhaabbata Gorsaa: Maqaa:
Sadarkaa:
Teessoo:
Lakk. bilbilaa:
Ogeessota dizaayinii qopheesse
Gosa dizaayinii
Maqaa ogeessa dizaayinii
Lakk. Galmee Ogeessichaa
Lakk. bilbilaa
Mallattoo
Arkitekcharaal
Istiraakcharaal
Elektiriikaal
Saaniiterii
Mekaanikaalii
Maqaa iyyataa:
Lakk. Bilbilaa:
Mallatto:
Guyyaa:
Ragaa duuka deemituu:
Waliigaltee pilaanii abba dhimmatiif kenname
Heyyama pirofeeshinaalii fi heyyama daldala akkasumas gahusa ogumma gorsaa.
Dizaayinii AR, EL, SN, ST fi ME akka barbaachisummaatti AUTO CAD iin f i Ripoortii Dizaayinoota gosa hundaa.
Ragaa Qorannoo biyyee
Tartiiba(Steps) yaa’insa hojii:
Submit Iyyata