Logo

Lakk.A/T/KON/BMA__________________

Guyyaa     __________________________

WARQAA RAGAA HEYYAMA IJARSAA

1. Maqaa abbaa qabiyee _________________________ Lak. Kaartaa ____________________ guyyaa kenname…………………… …. Lakk.Bilbilaa ……………………….

2. Bakka ijaarsichi itti argamu: Magaalaa Adaamaa, K/Magaalaa _____________, Aanaa __________

3. Coordinate: XI: _____________ YI: _____________ Taajjabi Ijaarsichaa: ______________

4. Baay’ina filoorii: ____________ lafaa oli ______________ lafaa gadi ___________ Baasi Ijaarsaa Qar. ____________

5. Gosaa Ijaarsichaa: haraa ________ Fooyessuu: ______________ Baab’iisaa _____________

6. Murtee heyyama ijaarsaa: Sanduuqa xiyyeeffannoo armaan gadiitiin sanadii akka ijaarsaa heyyameera:

Ogeessa Qopheesse

Maqaa ____________________________

Guyyaa ____________________________

Ogeessa Hayyamaa Ijaarsichaa

Maqaa ____________________________

Guyyaa ____________________________

Yaadachiisa:

  1. Unki kun fuula lamaan qophaa’ee “heyyamameeraa” fi “hordoffiidhaaf” kan jedhan koppii sanadoota dizaayinii lamaa waliin abbaa ijaarsichaatiif kan kennamu yoo ta’u koppiin tokko faayilaa waliin kan walqabatu taa’a
  2. Unki Kun ogganichaan mallataa’ee chaapaa mana hojichaan mirkanaa’uu baannaan fudhatama hin qabaatu.
  3. Qabiyyee kana irratti kana dura heyyamni ijaarsaa ba’ii ta’e kanaan bakka bu’eera.