Dhimmoota armaan ollitti caqasaman hunda dubbise hubadhee kanan qalbeeffadhe
yamuu ta’uu
ragaan kene dhugaadhaa fii kan sirrii ta’uu isaa mirkkaneesaa raga sirrii
hintaane yoon
Kenne rakkoo uumamuuf itti gaafatamaa ta’uu koo beekee unkkaa iyyannoo kanaa
irratti yoo
ibsames ibsamuu baatus seerri heeyyama kamiin iyuu kan raawwatamu ta’uu isaa
hubadhee akka
heeyyamnni itti fayyadama gamoo naaf kennamu ni iyyadhaa.